Traffic/daawwattoonni website xiqqaachuu danda'a.Barreeffama haaraa yeroo dheeraaf yoo hin maxxansin, visitors haaraan ni hir'ata.Ad impressions 80 qofa waan ta'eef galiin xiqqaa ta'uun isaa waanuma eegamudha.Galiin AdSense guyyaa guyyaan walqixa miti; yeroo tokko ol ka'a, yeroo biraa gadi bu'a.Page RPM illee yeroo fi biyya visitors irratti hundaa'uun jijjiirama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Share with